I know I want to learn

I know I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


25) Preposition - Example

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
The student is in the class.Baratichi daree keessa jira.
He went out.Inni ala bahe.
He is inside the office.Inni biiroo keessa jira.
He is outside the office.Inni biiroon ala jira.
Above 30 degree centigrades.Digrii seentigireedii soddomaa oli.
Below 30 degree centigrades.Digrii seentigireedii soddomaa gadi.
The book is under the table.Kitaabichi minjaala jala jira.
The book is on the table.Kitaabichi minjaala gubbaa jira.
Behind the church.Bataskaana duuba.
In front of the church.Bataskaana fuuldura.
Opposite to bank.Baankiin gama.
He is next to me.Inni natti aaneeti.
A map of Ethiopia.Kaartaa Itoophiyaa.
He came from India.Inni Hindii dhufe.
He went to office.Inni gara biiroo deeme.
He is around bus station.Inni naannoo buufata konkolaataa jira.
I am with my friend.Ani hiriyyaa koo wojjiin jira.