I know I want to learn

I know I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


132) Write - Verb Form in Present Continuous - Affirmative Form

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
I am writing. Ani barreessaa jira.
We are writing.Nu barreessaa jirra.
You (m) are writing.Ati barreessaa jirta.
You (f) are writing.Ati barreessaa jirta.
She is writing.Isiin barreessaa jirti.
You (pl) are writing.Isin barreessaa jirtu.
He is writing.Inni barreessaa jira.
They are writing.Isaan barreessaa jiru.