I know I want to learn

I know I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


97) Past Continuous Tense - Question Words

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
Were you (m) reading?Ati dubbisaa turtee?
Yes, I was reading.Eee, ani dubbisaa ture.
What were you (m) reading?Ati maal dubbisaa turte?
I was reading news paper.Ani gaazexaa dubbisaa ture.
Which news paper were you (m) reading?Ati gaazexaa kam dubbisaa turte?
I was reading Addis Zeman news paper.Ani gaazexaa Aaddis Zaman dubbisaa ture.
When were you (m) reading news paper?Ati yoom gaazexaa dubbisaa turte?
I was reading news paper yesterday.Ani kaleessa dubbisaa ture.
Where were you (m) reading news paper?Ati eessatti gaazexaa dubbisaa turte?
I was reading newspaper at my home.Ani gaazexaa mana kootti dubbisaa ture.
Why were you (m) reading news paper?Ati maaf gaazexaa dubbisaa turte?
I was reading newspaper to know current affairs. Ani dhimma woqtaawaa/alanee beekuf gaazexaa dubbisaa ture.
Who were you (m) reading news paper with?Ati gaazexaa eenyuun wojjiin dubbisaa turte?
I was reading news paper with my friends. Ani gaazexaa hiriyyoota kiyya wojjiin dubbisaa ture.
How were you (m) reading news paper?Ati gaazexaa akkamitti dubbisaa turte?
I was reading news paper slowly.Ani gaazexaa suuta dubbisaa ture.