I know I want to learn

I know I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


255) Talking about Town

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
Where do you live?Eessa jiraatta?
I live in Mizan Teferi.Ani Miizaan Tafarii jiraadha.
Where is it (located)?Kallattii kamitti argama?
It is located south western part of Ethiopia.Kibba Itoophiyaatti argama.
How big is your town/city?Magaalaan ati keessa jiraattu hangam bal'ata?
It is big.Bal'aadha.
What sort of people live there?Namoota akkamiittu jiraata?
Most of them are merchants and few of them are teachers.Daldaltoota hedduufi barsiisota muraasa.
How are the people?Namoonni akkami?
The people are good.Namoonni gaariidha.
How is the weather?Haalli qilleensaa akkami?
It is (mild) pleasant.Mijataa/gaariidha.
How is the summer?Ganni akkami?
It is normal.Ganni gaariidha.
Is the summer too cold?Ganni dhaamotaa/Qorraa?
No, It is not too cold.Lakki, hinqorru.
Which season do you like?Ji'a kam jaalatta?
I like summer season.Ji'a gannaa jaaladha.
What is your town known for? (famous)Magaalaan keessan maaliin beekkamti?
It is known for fruits and vegetables.Kuduraafi muduraan beekkamti?
How are the roads?Karaaleen/daandiwwan akkami?
They are bad & full of pot holes.Badaafi ciccitaadha.
How are the buildings?Ijaarsi akkami?
They are traditional.Ijaarsa aadaati.
Do you have housing problems?Rakkina manaa qabdaa?
Yes.Ee, nan qaba.
How is the rent?Manni kiraa akkami?
It is cheap.Rakasa.
What sort of problems do you have?Rakkina akkamii qabdu?
We have regular power cuts, theft and water problems.Rakkina ibsaa, bishaaniifi hannaa qabna.
Is there a university?Yunivarsiitiin jiraa?
Yes. It is there.Ee, nijira.
Are there parks?Bakki bashannanaa jiraa?
No, there is only one park.Lakki, tokko qofatu jira.
How are the medical facilities?Tajaajilli yaalaa akkam?
They are ok.Gaariidha.
Do you have a lot of hospitals?Mana yaalaa baay'ee qabduu?
No, we don’t have a lot of hospitals.Lakki, hinqabnu.
What is the mode of transport?Geejjiba maal fayyadamtu?
It is buses.Otobisoota.
Do you like your city?Magaalaa kee ni jaalattaa?
Yes, I like my city.Ee, magaalaa koo nan jaaladha.