I know I want to learn

I know I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


29) Question words - Example

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
What is that?Inni sun maali?
That is a pencil.Inni sun Irsaasiidha.
What is this?Inni kun maali?
This is a pencil.Inni kun irsaasiidha.
What are these?Isaan kunniin maali?
These are papers.Isaan kunniin waraqaaleedha.
What do you want?Maal barbaadda?
I want a cup of tea.Ani shaayii barbaada.
What does he like?Inni maal jaalata?
He likes coffee.Inni buna jaalata.
What is your name?Maqaan kee eennu?
My name is Abebe.Maqaan kiyya Abbabaadha.
Which bag is yours?Korojoon kee isa kami?
The red one.Korojoo diimticha sani.
Which pencil is his?Irsaasiin isaa isa kami?
The long one.Dheerticha sani.
When will you come?Yoom dhufta?
I will come today.Har'a dhufa.
When does he go?Inni yoom deema?
He will go this afternoon.Inni har'a waaree booda hindeema.
Where is your pencil?Irsaasiin kee eessa jira?
My pencil is here.Irsaasiin kiyya as jira.
Where does he live?Inni eessa jiraata?
He lives with his family.Maatii isaa wojjiin.
Who is this man?Namni kun eennu?
He is Mr. Habte.Kun obbo Haabtee dha.
Who is he?Inni eennu?
He is our teacher.Inni barsiisaa keenna.
Whom do you (m) meet?Eennuun argita?
Whom does he know?Eennuun beeka?
Whom do you (m) like?Eennun jaalatta?
Whose pencil is this?Qalamni/Kobbeen kun kan eennuuti?
Whose books are those?Kitaabileen kunniin kan eennuuti?
Why did you (m) come here?Maaliif as dhufte?
Why is he late?Inni maaliif galaalche?
How is life?Jireenni akkami?
How old are you (m)?Umriin kee meeqa?
How much money does he have?Inni maallaqa hangam qaba?
How many brothers does he have?Inni obboleeyyan meeqa qaba?