I know I want to learn

I know I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


273) Talking in hospital

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
Doctor፡ Hello! I’m Dr. Hagos. How may I help you?Doktara: Doktar Hagos jedhama. Maal si gargaaru?
Patient፡ I have a fever and my head hurts. Dhukkubsataa: Ho'i qaama kiyyaa dabaleera; mataanis na bowwaafataara.
Doctor፡ How long have you been sick? Doktara: Hangam sirra ture?
Patient፡ I’ve been sick for 3 days. Dhukkubsataa: Guyyaa 3 guuteera
Doctor፡ When was the last time you saw a doctor? Doktora: yeroo dhumaatiif doktaraan kan yaalamte yoomi?
Patient፡ Last year in December.Dhukkubsataa: Bara darbe Muddee keessa.
Doctor፡ It looks like you have the flu. I will give you a prescription. Doktara: Qufaan si qabuu hinoolle. Qoricha siif ajaja.
Patient፡ Thank you, doctor. Dhukkubsataa: Galatoomi doktar.