I know I want to learn

I know I want to learn

“Official Languages of Ethiopia”


282) Utensils and Furniture

Learn all 5 Official Langauges of Ethiopia at once
English Amharic Afaan Oromoo Somali Tigrigna Afar
Cup Shiinii/finjaala
Mug Jookii
Saucers Gaandaa bunaa/ teessoo shiinii
Pot Ottee/Woshoo
Kettle/coffee pot Jabanaa
Plate/dish Sahanii baxxee
Spoon Fal'aanaa/Mooqaa
Table spoon Mooqaa /Fal'aana bulluqaa
Fork Shukkaa
Tin/can Xaasaa
Glass Burcuqqoo
Bowl Sahaanii golboo
Pan Distii
Frying-pan Distii woddii
KnifeAlbee/ haaduu
GraterQuncistuu Kuduraa
FilterDhimbiibduu
FunnelCalaltuu
Bottle Bilillee/Qaruuraa
CapQadaada
Pail Baaldii
Barrel Barmeela
Wipe Haraa/harataa
Match Kibriitii
Charcoal Cilee
Dish-cloth Uffata meeshaan dhiqan
Radio Raadiyoo
Tape recorder Teeppii
Television Televizhiinii
Kerosin-lamp Kurraazii
Candle Dungoo/shaamaa
Candle-stick Teessoo dungoo
Bulb Ampoolii
Socket Sookeetii
Switch Ibsituufi dhaamsituu
Electric wire Haada elektirikaa
Bed Siree
Blanket Baanaa/hawusaa/uffata qorraa
Sheet Hansoolaa/Beleshee
Pillow Boraatii
Pillow-case Uffata boraatii
Mattress Firaasha
Foam- mattress Firaasha ispoonjii
Chair Teessoo
Stool Barcumaa
Sofa Soofaa
Table Minjaala
Table-cloth Uffata minjaalaa
Curtain Girdoo
Mat Afaa
Box Saanduqa
Mirror Daawwitii
Comb Filaa
Refrigerator Qabbaneessaa
Wash basinKan meeshaan dhiqan
BedroomMana hirribaa/Kutaa ciisichaa
Kitchen Alwaadaa/Kushiinaa
BathroomMana dhiqannaa
Study roomKutaa qo'annoo/dubbisaa
WindowFoddaa
DoorBalbala
WallGidaaraa/Dhaabaa
RoofQuuxii/Gardaafoo/baaxii
FloorAfaala
CompoundDallaa
KeyFurtuu
LockCuftuu